Manchoo Voice

Manchoo Voice Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Manchoo Voice, Riyadh.

04/01/2020

Ana Qofaa Garuu...
Yeroon Ala turee galu Yoo Harmeen mana hin jirraanne kan itti hin tolle.
Harmee koo ati Jaalalaa bar😘

Haati Mana koo Ulfa Ji'a 6 garaa qabdi kanaaf "Bilbila Dubartiitu natti tolaa jira" jette na dararaa jirti, mee Dubartoo...
04/01/2020

Haati Mana koo Ulfa Ji'a 6 garaa qabdi kanaaf "Bilbila Dubartiitu natti tolaa jira" jette na dararaa jirti, mee Dubartoonni altakka Bilbila keessan as naf dadarbaa Maloo Maloo.
😂😁😂😁😂
👉muccaani inii na dudubaa kuni mo maala barbaada jiraa lakkofsaa qabaachuf mo
Waa

Ishee Waliin tasa wal argineetin Kottu Shayi-Bunnaa jenna yeroon jedhuun....Ere Shayi-Bunnaaf jedhee Make-up💅💄 kiyya of ...
04/01/2020

Ishee Waliin tasa wal argineetin Kottu Shayi-Bunnaa jenna yeroon jedhuun....
Ere Shayi-Bunnaaf jedhee Make-up💅💄 kiyya of duraa hin balleessu naan hin jettu seetani.😳😜💄💋😂

Fazarii waliin teeyse otuu   ilaala jirtu altakka OBN, Altakka OMN, altakka Etv, altakka ONN , altakka Fana yeroo irra s...
04/01/2020

Fazarii waliin teeyse otuu ilaala jirtu altakka OBN, Altakka OMN, altakka Etv, altakka ONN , altakka Fana yeroo irra siif Ka'uu. 😳

Ere Oduu😂😂😂

04/01/2020

Ani fifiigeen rakkadhee Bacoo post isiniif godha

Isin immo Seeqxaniti otuu hin godhin lash jettan.😯

04/01/2020

Namni Hundi si Jaalachuun hin danda'amu Sababni isaas ati Mallaqaa mitika.💴💶😂🤣

  deemte Kondom Bituu hamma sodaattu san.Otuu Dandiirra dhabatte Fincaanu sodaatte Silaa arra Biyyi keenya essa geesse t...
04/01/2020

deemte Kondom Bituu hamma sodaattu san.
Otuu Dandiirra dhabatte Fincaanu sodaatte Silaa arra Biyyi keenya essa geesse turte?😳😁😊

Araada wahii taate, Chikii Dimtuu Waliin yeroo jalqabaatif baate Siree erga qabattan booda Meshaan ishee yeroo sitti gur...
04/01/2020

Araada wahii taate, Chikii Dimtuu Waliin yeroo jalqabaatif baate Siree erga qabattan booda Meshaan ishee yeroo sitti gurraachoomu 😳

Ni arsitii sa? 😳😂😳😂😂

03/01/2020

Afaan Oromoo afaanota addunyaa kanarratti namoota baay’eedhaan dubbataman keessaa isa tokkoofi afaanota guguddoo jedhamanii kaa’aman keessatti akka ramadamu ogeessonni afaanii ni ibsu.

"Afaan Oromoo afaan saba guddaa akka ta’eefi Itoophiyaa keessatti lafa bal’aa irratti (Bahaa hanga Lixaatti, akkasumas kaabaa hanga kibbaatti) afaan dubbatamu ta’uu eera." Giraag

"Afaan Oromoo afaanota gaanfa Afrikaatti bal’inaan dubbataman keessaa isa tokko yoo ta’u, sadarkaa 3ffa (Iswaahliifi Hawusaatti aanee) irrattis akka argamudha." Giraag

"Afaan Oromoo afaanota Nuubiyaa durii keessaa tokko akka ta’eefii afaan ummata guddaadhaan dubbatamu ta’uu ibsu." Maarshaal Di Saalvaayik

"Afaan Oromoo Itoophiyaa keessatti qofa kan dubbatamu osoo hinta’iin biyyoota gaanfa Afrikaa kanneen akka Keeniyaa, Sumaaliyaa, Jibuutii, Taanzaaniyaafa’ittis akka dubbatamu ragaalee danuun ni ibsu." Hayyuun
afaanii, Obbo Dirribaa Tarrafaa

Maddi:- Gaazeexaa Bariisaa


  Badhaadhina wojiin garaa fulaa duartiiAbbaa Jifaar pirojektii Dizaayinii  midhagina Magaalaa  Marfata A/  Irraa Kaasee...
03/01/2020


Badhaadhina wojiin garaa fulaa duartii
Abbaa Jifaar pirojektii

Dizaayinii midhagina Magaalaa Marfata A/ Irraa Kaasee haaga Hooteela Graand akkasumas Olmaa Dargaggoo Fi Bakka Bashanana Aweetu Riqicha Wal Quunamsisuu (footing Bridge) dabalatee haanga Istaadiyooma Guddicha M/ Jimmaa hojjin ijaarsa midhagina magaalaa (Urban Beautification) hojjachuuf qoophin dursaa xumura argachaa jira!

Jimmaa baga gammadan !!!

Ganaadha yoom jalqabnee
Barri bara badhaadhinatti!!!!!!

Xalayaa Bulchiissa Anaa   Anaa   balaa ko isiin ha gaahu kandudaara madee Yeroo Amaa kan caara bareduu kantii fayyaadamt...
03/01/2020

Xalayaa Bulchiissa Anaa Anaa balaa ko isiin ha gaahu kandudaara madee
Yeroo Amaa kan caara bareduu kantii fayyaadamtaani Anaa kan lamaan yo barechuu bataan qophaa,a naa egaa hiiiiituuuuu.🙃😟

Filannoo kantii

Maqaa commetty jaalati darbaaadha mee fayyidaa isaa wojiin👉😎
02/01/2020

Maqaa commetty jaalati darbaaadha mee fayyidaa isaa wojiin👉😎

Address

Riyadh
12211

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Manchoo Voice posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share