26/06/2022
Haadha Ijoollee Obbo
Maatii fi firoottan Hundaaf Jajjabina Hawwina!
"Gaggeessaa kee irratti argamuu dadhabuun koo gadda lakkuu natti ta'e. Haadha ijoollee kiyyaa nagaan boqodhu. Biyyeen sitti haa salphatu!
Sabni koo gadda kiyya qooddachuun sirna gaggeessaa haadha Ijoollee kiyyaa irratti Argamuun akkasumas bilbiltanii naaf maatii koo jajjabeessitan ulfaadhaa!"