Oromiyaa jituu

Oromiyaa jituu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromiyaa jituu, Speakeasy, Debre Zeyit.

"Seenaa rirmi hin nyaatu!"
27/06/2025

"Seenaa rirmi hin nyaatu!"

20/07/2024
RIP
27/07/2023

RIP

Anaan yaa kichuu koo!

Aartiin akka lama. Tokko barattee, shaakaltee hojjetta. Tokko wajjin dhalatta, uumama keetu aartiidha. Namoota artistii ta’anii dhalatan, aartii hojjechuuf uumaman muraasa keessaa gurbaan kun nama tokko ture. Koomeediyaanii dhugaa! Dandeettii addaa! Kan dubbiisaa miti, dhaabbiinsaayyuu nama kolfisiisu!

Umurii kichuu kanatti hoteela keessatti du’ee argame jedhan. Baay’een gadde. Namoota ani koomeedii Oromoo tarkaanfachiisu jedhee abdadhu keessaa tokko ture! Maal goona egaa biyya itti maaltu ajjeese, akkamitti du’e jedhanii gaafachuun hin danda’amne keessa jirra!

, bara itti waan hunduu ulfaatu keessatti sababa kolfa keenyaa waan nuuf taateef galatoomi!
Lubbuun kee jannata haa boqottu!

Haacaaluu HundeessaHayyuu oromoo
29/06/2023

Haacaaluu Hundeessa
Hayyuu oromoo

Goota sabaa
28/06/2023

Goota sabaa

27/12/2022
10/12/2022

Address

Debre Zeyit

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaa jituu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category