Oromara pegi

Oromara pegi Maxansa jaalatani gargaaru

21/07/2021

Send a message to learn more

20/07/2021

Jaalalli wan heddee qaba wan heddu namarraa deebisa wan heddu nammattis hin fidaa dawaa fi farra jaalalaa Isin keessumeesina kottaa yaalamaa hoji qulqullina qabu hojjana

23/11/2020

Juntaan hin kufa badhaadhinni itti fufaa

08/09/2020

Daandiitu dheeraadha

26/08/2020

Jirraa jirraa jirraa jirra bullee raaji arguf yaa waa hubachuf yaa nu`ii sifudhen hararge lixa sifudhen jimmaako lixa sifudhen arsiiko lixa sifudhen qeellamko lixa sifudhen oromiyaa lixa

26/05/2020

Jaalalli sabaa fi amantii hin filatu kena umamaati onne jaalalaf taatun qaba garu jalalaf baka hin qabun ture amma yeron gahe jalalaf nadirqisiise umuriis hin daangesu garu kanko umurin 24 jalala dhuga nama naf kenun barbada sanan booda bulti ijarachuti sena

13/11/2018

kan oromoo worraa kaan irra adda ilmaa dhiiraatii jiruu intallii durbaa qoraan cabsuuf hin deemtu. kunimmo ulfina haadhaf qabu ibsuudha. garu oromoon bakka garaa garaa biratti dhiirri qoraan cabsuun akka qaaniitti ilaalu. kamtu sirridha? gomma dubartiin kamiyyu hataatu yooqoraan falaxaa jirraatte arge bira hin darbu harka fuudhe falaxafi. namni karaa deeman bishan yoo gaafatu bishan dhiisanii dhiisanii Annan fiduufi. yoo annan lafa hin jirre namni suun tahe nyaanni dhihaatefii nyaate bishan sana akka dhuguu godhu namni bishan gafachun bishan qofa dheebote osoo hin taane dadhabbii irra akka jiru hubatuu. keessuman yoo itti dhufee ofii lafa bulee kussumman akka sireerra bulu eeyyamuu.

08/11/2018

yaarabbi qeerro magaala aggaaro fi kan Ana gommaatif ati birbadhuuf gaafin haaromsa gaffi yakka taate biyya baafamte jirti qabeenya fi mana isaani irra. opdon moofan angoo umurii dheerefachuf jecha qeerro admsanii mana hidhaattii guru qeerron kaanya gafin inni gaafate gaaffi haaromsati kan bakka biraa haaromsa hin barbaannu jedhe gilindisaa jira womtuu mirga isaa tuqaa hin jiruu. keenya maal yakkite? gaafa manni murti bililsan gadii dhiisu jamman tahani ammo kora bittinesa ormiyaa itti ergani fuudhani deemuf kellaati marsanii dhabbatu eenyu aka jara erge namaf hin galuu jimmadha dhufan jechu male. gomma biyya ulfinaa turte haala yaachisaafi sodaachisa keessa jirtii. rabbi atii furmaata waara argamsiisif.

Address

Goma
Agaro

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromara pegi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category