Barra miitim barra uttu hin dhugiin machahaniim

Barra miitim barra uttu hin dhugiin machahaniim My own business runner. Naan beektu
Naan bartu
Naan madaaltus✌️
🥰
20tiktok.com/.hussen

Eid Mubarak obboleewwan koo Hunadii keessan 🌿🫶🌿 🫶
19/03/2026

Eid Mubarak obboleewwan koo Hunadii keessan 🌿🫶🌿 🫶

18/03/2026

"Hayyee Hayyee hinjedhin akka nama Booranaa dhufee silaa asumatti dhalatte wal beeknaa" jedhe Milishaan 😁
Tuujjo jedhe

18/03/2026

Nama ofiin haasa'aa deemu yoo argite baala tidaaridha.

Baasitu mataa tuqe. Ammatti gammachuun siingiloota biratti hafe. Guyyaa ayyaanas mana abbaa feenetii qixa jaraa quufnee baana.😁

Yoo dandeenne batti batti jennee ummaa teenyarra waa buufnee ofii keenyaa miicannee salaanna jechumaaf.

Kan kanarraa hafe fuudhun adagaadha🤞

👍Wantoota 6 Kana Namatti hin Himin..⭐️****1. Karoora kee.2. Dadhabina kee.3. Kufaatii kee.4. Iccitii kee.5. Sochii kee k...
18/03/2026

👍Wantoota 6 Kana Namatti hin Himin..⭐️
****
1. Karoora kee.
2. Dadhabina kee.
3. Kufaatii kee.
4. Iccitii kee.
5. Sochii kee kan fuul-duraa.
7. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.🎖️
****
⭐️Jahan Kana Ammoo Hojiirra Oolchi!📈
****
1. Yaadi malee hin dhiphatin!
2. Nama irraa baay'ee hin eeggatin!
3. Dandeettii tee beeki!
4. Dogoggora kee irraa baradhu!
5. Ofitti amanamummaa qabaadhu.
6. Dandeettii teetitti fayyadamii

17/03/2026

Zakaa Fixrii— Maallaqa moo midhaan?

Dura Zakaat Al-fixrii jachuun Sadaqaa yeroo sooma hiikan kennuun nama Muslimaa hundarratti dirqamaati. Zamana Rasuulaa sallallaahu aleeyhi wasallam Waan nyaatamu (Soorata) qofaatu baafamaa ture. Inniis Suguda 1 (2.50 kg fi Sanaa ol) yoo tahu, “Bakka midhaanii maallaqa baasuun nitaha moo hin tahu?” gaaffii jattu irratti Ulamaa'oonni maal ja'an? Gaaffii tanarratti ulamaa'ii jidduu waldhabiinsi (Yaadni faallaa/khilaafni) Kan jiru yoo tahu, khilaafa qabxii lama jalatti himuun nidandayama.

1. Nyaata malee maallaqa baasuun hin tahu. Sadaqaan Fixrii Ibaadaa waan taateef, Ibaadaan ajaja Rasuulaa sallallaahu aleeyhi wasallam qofaan adeemti. Isaan nyaata waan kennaa turaniif, nyaata qofa tahuu qaba. Murtii tana Shaafi'iyyoota, Ahmad Ibnu Hanbal fi Imaamu Maalik dabalatee, Ulamaa'ii harka irra caalu murteeyse. (جمهور العلماء)

2. Bakka nyaataa (midhaanii) maallaqa nyaata silaa kennuun Waajibaa bitu (madaalu/qiimaa) kennuun nitaha. Murtii tana, Imaamu Assoowrii, Hasan Al Basrii, Abuu Haniifaa, Bukhaarii fi kkf murteeysaniiru. Imaamu Al Bukhaariin عليه رحمة الله Murtii (Hukmii) hedduu keessatti, Imaamu Abuu Haniifaa kan faalleeysu yoo tahu, Murtii tana irratti waliif galaniiru. Bukhaariin, Sahiiha isaa keessatti baaba (mata duree) "باب العوض/Bakka bu'aa kennuu" ja'u barreeyseera. Amiirri Mu'uminaa, Umar Ibnu Abdul Aziiz zamana isaa keessatti zakaa fixrii maallaqa fuudhaa ture. Zamana isaa keessa Sahaaboota 3,000 oliitu jira ture. Namni isarratti inkaare hin jiru. Sheekhni Islaamaa beekkamaan, Ibnu Teeymiyaan رحمه الله رحمة واسعة murtii tana filataniiru. “Sadaqaan Fixrii rakkataa gammachiisuuf kennamti. Arra rakkataan midhaan caalaa maallaqatti haajama” ja'u gariin Ulamaa!

Hubachiisa: Sadaqaa Fixrii haga soomanaaf guyyaa lama hafutti baasuun hin tahu. Jaalatamaan, guyyaa Iidaa salaata duratti baasuu dha!

16/03/2026
11/03/2026

Alhamdulillahi!!

Yaa Rabbii guddaa warra Kurnaan booda
Milkaa'e Nu tasiisii. 💚💚🤲

Follow,
Share godha

09/03/2026

With Demeke Negassa Kube – I'm on a streak! I've been a top fan for 7 months in a row. 🎉

Address

911911na
`Alem Gena

Telephone

+251921441302

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barra miitim barra uttu hin dhugiin machahaniim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share