Ilmaan kuush

Ilmaan kuush Waan nuhordoftaniif galatoomaa

Woow Eebba guddaa baale gaafa guyaa 19/6/2015   maaga roobe istadiyeemi madda walabuu k kessatti haala hoo'a ta'een ni e...
11/01/2023

Woow Eebba guddaa baale gaafa guyaa 19/6/2015 maaga roobe istadiyeemi madda walabuu k kessatti haala hoo'a ta'een ni ebbifamaa woow🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏rabbii ittiin nu haa gahuu jedhaa mee

19/05/2022

Jirtuuu

Rabbi balaa hundaa jalaa najaa isiin haa baasuu dandetti isaatiin Mee ilaala jabbi tana naanno isii hundii gubatee garuu...
03/12/2021

Rabbi balaa hundaa jalaa najaa isiin haa baasuu dandetti isaatiin Mee ilaala jabbi tana naanno isii hundii gubatee garuu bakka isiin jirtuu San rabbi qudraa isaatiin irra qabee .........................................................laailaahaillallah

Gotaa oromoo kana Mee nama meeqatuu beekaa comment jalatti barressa
30/11/2021

Gotaa oromoo kana Mee nama meeqatuu beekaa comment jalatti barressa

Mee yeroo tokko amiin jedhaa hundii kessanu yaarabbi hidhamtoota oromoo hundaa nagayaan nuuf baasii hidhamtoota keenyaaf...
30/11/2021

Mee yeroo tokko amiin jedhaa hundii kessanu yaarabbi hidhamtoota oromoo hundaa nagayaan nuuf baasii hidhamtoota keenyaaf sagalee haa tanuufi free Jawaad Mahamad free hamzaa boranaa free baqqalaa garbaa%.........…...............…..……

Qormaata ijaaf Mee lakk meqatu isinitti mul'ataa
26/11/2021

Qormaata ijaaf Mee lakk meqatu isinitti mul'ataa

26/11/2021

Kabjamtoota jalatamtoota kenyaa nagaa kiyya bakka jirtanitti isin ha qaqqabuu jirtuu

Address

Adama
ADAMA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilmaan kuush posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category