ANI Namaam

ANI Namaam Nama taate dhalattee bu'aa buustee hin dabartuu taanan adduunyaa kisaara ta'a uumamuun kee

kana beektu laata
16/09/2025

kana beektu laata

13/04/2025

Nama taatee dhalattee nama utuu hin ta'iin du'uun kee fafa bar

06/07/2022

Waan namni ittiin sibeeku qofaan osoon taane, waan ati ittiin of beektu qabaadhu.

* Bakka namni itti si eegu qofa osoon taane, bakka itti of eegdu qabaadhu.

* Yeroo itti nama dhaggeeffattu qofa osoon taane, yeroo itti of dhaggeeffattu qabaadhu.

* Haala ittu namaaf jiraattu qofa osoon taane, haala itti ofiif jiraattus mijeeffadhu.

* Waan qabdu hunda keessaa, sammuu keef, yeroo kee haalaan tikfadhu.

* Nama caala ofii keetti amanamummaa hin laafne horadhu.

* Waan hojjettu kamittuu dura ati itti gammaduu kee hubadhu.

* Itti gaafatamummaa eenyummaa keetiif kennametti laaftee hin argamin.

* Bakka baateef lafa karoora kee itti diriirfatte haga geessutti, humna hinraafamne qabaachuu kee sirritti mirkaneeffadhu.

* Sababa, Ka'umsa, karoora, ejjennoof galma kee sirritti beeki.

* Hojiin kee, agarsiifni kee, raawwiin kee waan ofii kee yaadde irratti haa hundaa'u.

04/06/2022

Namni nama ta'ee dhalatee dirqama nammummaa bahee yo boqotee namni kun hin duune bar
Yoomu gaarii namaaf gochuu,yaadu,ilaalcha gaarii qabaadhuuf.
Ani akka garaa kooti rabbii Kan anii kadhadhuu,jaalala,obsaa,abdii fi amanammummaa naaf kenni jedheen kadhadhaa
Nama yoo taate dirqama nammummaaf jiraadhu
Harkaa hin kenniin
Dukkanaa,rakkoo,gidiraa,beelaa,dheebuu, jireenya har'a jiraatuu ilaaltee abdii kutataa hin ta'iin.
Live for future...Harka

14/05/2022

namaam bar
Yo of beekte
Yo waan uumamteef beekte
Yo kaayyoo qabaate
Yo nama jiraatuuf qabaate
Jireenya akkamitti ilaalta laata????????
Jireenyi carraamo carraaqiidhaa siif???
Ofii KEE gaafadhu.......
Jiraachuuf garuu,
1,dugda harree qabaadhu waan sitti fe'an baadhu
2,garaa Saree qabaadhu waan sitti Kennan baadhu
3,saggoo sangaa qabaadhu waan sirra ka'an baadhu
4,dhugaaf immo jiraadhu
5,uummaa KEE yaadadhu....siif darbaa

01/05/2022
13/04/2022

Dhalachuu miti,dhalatee erga lafa geesse maaliifan dhaladhee jette yoo yaade,ergaan dhaladhee maaltu narra eegama jette yoo yaade rawwatee galma yaadde geesse ati nama.Hawwiin,galmii nama dhaabbataan hin jiru...kanaaf waan haaraan hin jiru jireenyi ittuma fufa...nama ta'ii

Address

Finfine
Adama
NOTHING

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ANI Namaam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to ANI Namaam:

Share