Këññø Bayisa

Këññø Bayisa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Këññø Bayisa, Speakeasy, Adama.

Addisu Wayima Faarfannaa akkasii kan dhaggeeffatamee hin quufamne.
13/07/2025

Addisu Wayima
Faarfannaa akkasii kan dhaggeeffatamee hin quufamne.

   👇Jireenya jiraattu keessatti dhiibbaa dansaa uumuuf qabxiilee ''6P'' asii gadii kanarratti xiyyeeffadhu. 1. /Waaqa Ka...
13/04/2025


👇
Jireenya jiraattu keessatti dhiibbaa dansaa uumuuf qabxiilee ''6P'' asii gadii kanarratti xiyyeeffadhu.



1. /Waaqa Kadhadhu.

-Waaqni kenna waan hunda kenna,kanaaf yeroo hundaa madda jireenya keenyaa waliin hariiroo qajeeltuu qabaachuu qabna. Kanaaf yeroo hunda waaqa haa kadhannu.

2. /Karoorfadhu.

-Namni karoora hin qabne akka xiyyaara kallattii malee balali'uuti.Jireenya keessatti kallatti sirrii filatanii irra deeman.

Plan=Vision + How to act

Karoorfachuun dura mul'ata jireenyaa, kallattii jireenyaa qabaachutti dursa. Karoorri mala mul'aticha gara gochaatti deebisuuti.karoorfachuun qisaasa'ama jireenyaa hir'isa.

3. /Duraa duuba eegi.

-Karoorsuun waan dansa.waan karoorfatan duraa duuba eeganii gochatti hiikuun oogummaa gaafata.yeroo malee akka hin dhalanneef, wantoota xiyyeeffannaan murteessanii gochatti hiikuun murteessaadha.

4. /cichoominaan itti fufuu.

-Qabxiin kunis baay'ee murteessaaf baay'ee ijoodha. Jalqabanii dhiisuun amala namoota dhiibbaa dansaa uumuutii miti. Qeerransa hin qabani qabnaan gad hin dhiisani jedhanii mitiiree?!, mala jijjiiranii dhiphisanii itti deemuun yeroo maraa bu'aa guddaa qaba.

5. / Obsa-qabeessa ta'i.

-Bartee obsaa guddifachuun yeroo hundaa barbaachiisaadha.ciminaa fi laafina, bu'iinsaa fi ba'iinsa, gaddaa fi gammachuu, dhabaa fi argachuu, gufuu fi qorumsa kamiyyuu obsaan jala muran.obsaan qaalloman.Haala kamuu keessatti ciniinnadhuu obsi, harka hin kenniin.

6. /Taphadhu.

-Gammachuu qabaadhu, yeroo hundaa gammada keessaa madde fuula ifaa qabaadhu, maatii kee waliin, hiriyoota kee waliin taphadhu, kolfi...enjoy godhi...gammachuu hin beellamani, har'a jiraadhu boru, gaafa argadhe gammada, bashannana hin jedhiin, hojjechaa gammadi, gammadaa hojjedhu.
KKëññø Ñøbël ÑKëññø Ñøbël

07/04/2025

Këññø Ñøbël
"KANKOO" kan jettu qofa keessaa haqiitii comment jalatti copy paste godhii dinqii dhufu laali
👇👇👇👇

[1377205400101651:12]

Qalloo keessan, Isa keessi migiraa👌
23/03/2025

Qalloo keessan, Isa keessi migiraa👌

Baga irraa aftan.
12/09/2024

Baga irraa aftan.

Hin Hawwinaa egaa ,,,, Hundumasaa waaqatu ittiin nama ga'aa!!
16/04/2024

Hin Hawwinaa egaa ,,,,

Hundumasaa waaqatu ittiin nama ga'aa!!

Address

Adama

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Këññø Bayisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Këññø Bayisa:

Share

Category