Anii Oromoo Dha

Anii Oromoo Dha inshaa Allah

10/04/2024

Hordooftotni Amantaa Islaamaa hundii bagaa ayaana Iid -Al- Faxrii Nagaan gessaan !!!

10/04/2024
๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ
14/12/2020

๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ๐Ÿ˜ฒ

Anii oromoo dha Atii ๐ŸŒนho ๐ŸŒนykn๐ŸŒนisni ho???
12/12/2020

Anii oromoo dha
Atii ๐ŸŒนho ๐ŸŒนykn๐ŸŒนisni ho???

05/12/2020

AAYYOO Koo FAARSA
~~~~~~~~~~~~~~
Aayyoo koo yaa jiruu koo
Deessee koo Yaa tiruu koo
Na guddisuuf Ati deessee
Dugda qoraan si madeesse

Aayyoo too galmoo fiiraa
Haadhoo Koo Haadha dhiiraa
Haati ilmeef bar Aduudha
Haadhaa dabuun bar baduudha

Haati dhalaaf dhiigaaf lubbuu
Dhalli Haadhaa fiigne cubbuu
Haadha ofii yaa gaaddisee
Harma keettuu na guddisee

Aayyoo tiyyaa haadha Eelaa
Na nychiftee bulta beelaa
Ayyoo Deessee yaa mararree
Har'as jiruun siin dabarree

Aayyoo tiyya yaa Aayyilee
Sin dagannee bar Anillee
Yaada kankee takkan dhabnee
Garuu rakkoo siin dhaqqabnee

Deessee tiyyaa haadha dhiigaa
Siif dabarsuuf Anis fiigaa
Rabbi Anas haa Milkeessuu
Umurii kankee haa dheeressuu!

Like tuqa๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆpage kan

17/11/2020

If you have afull time and part time
Job cleaning and cooking
Please content us at me

Address

Dubai
SHARAJAH

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anii Oromoo Dha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category